الكوثر
غالي آبابور آباغونا · Afaan Oromoo
١.
Nuti dhugumatti, tola guddaa siif kennineerra
٢.
Gooftaa keetiif sagadii isaaf qali
٣.
Dhugumatti, kan si jibbu isuma kan qaccee cite (kheyrii hunda irraa cite)